Iyyoob 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 akkana jedhe: “Gadameessa haadha tiyyaa keessaa qullaa koon baʼe,Qullaa koos nan deebiʼa.+ Yihowaatu kenne,+ Yihowaatu fudhate. Maqaan Yihowaa yeroo hundumaa haa jajamu.”
21 akkana jedhe: “Gadameessa haadha tiyyaa keessaa qullaa koon baʼe,Qullaa koos nan deebiʼa.+ Yihowaatu kenne,+ Yihowaatu fudhate. Maqaan Yihowaa yeroo hundumaa haa jajamu.”