-
Iyyoob 8:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;
Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;
-
Iyyoob 21:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Sababiin isaas isin, ‘Manni nama beekamaa taʼe sanaa,
Dunkaanni namni hamaan keessa jiraachaa ture sun meerre?’ jettu.+
-
-
-