18 Kunoo, inni tajaajiltoota isaa irratti amantii hin qabu,
Maleekota isaa irraa illee dogoggora ni argata.
19 Haalli warra manneen suphee keessa jiraatanii,
Warra buʼuurri isaanii awwaara keessa taʼee,+
Warra akkuma bilii salphaatti buruqanii hammam caalaatti hammaata ree!