Hisqiʼel 27:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Isaan awwaara mataa isaanii irratti firfirasanii daaraa irra gangalachaaSagalee isaanii ol kaasanii hirqinfatanii siif booʼu.+ 31 Isaan mataa isaanii ni haaddatu, uffata gaddaas ni uffatu;Akka malee gadoodaa hirqinfatanii* siif booʼu.
30 Isaan awwaara mataa isaanii irratti firfirasanii daaraa irra gangalachaaSagalee isaanii ol kaasanii hirqinfatanii siif booʼu.+ 31 Isaan mataa isaanii ni haaddatu, uffata gaddaas ni uffatu;Akka malee gadoodaa hirqinfatanii* siif booʼu.