-
Lallaba 4:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ammas xiyyeeffannaa koo gara gocha hacuuccaa aduu jalatti raawwatamaa jiru hundumaatti nan deebise. Imimmaan warra hacuucamanii nan arge, kan isaan jajjabeessu tokko illees hin turre.+ Warri isaan hacuucan humna qabu turan; kan isaan jajjabeessu tokko illee hin jiru ture.
-