-
Iyyoob 12:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Dhuguma iyyuu, isin namoota beekumsa qabdani dha,*
Ogummaanis isinii wajjin ni duʼa!
-
-
Iyyoob 17:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haa taʼu malee, ani isin gidduutti nama ogeessa taʼe tokko illee waan hin arganneef,
Hundi keessan dhuftanii falmii keessan itti fufuu dandeessu.+
-