-
2 Mootota 4:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis gara nama Waaqa dhugaa isa gaaricha irra jiru sanaa dhuftee, yeruma sana miila isaatti maramte.+ Yeroo kanatti Gehaaz isa irraa ishii fageessuuf itti siqe; namni Waaqa dhugaa sun garuu, “Dhiphina guddaa keessa waan jirtuuf,* ishii dhiisi; Yihowaan waaʼee kanaa na dhokseera; homaas natti hin himne” jedhe.
-