17 Haati tiyya iddoo awwaalchaa koo akka taatutti,
Gadameessi ishiis yeroo hunda akkuma ulfa taʼetti akka itti fufutti,
Inni gadameessa keessatti kan na hin ajjeesne maaliifi?+
18 Rakkinaa fi gadda arguuf,
Guyyoota koos qaaniidhaan xumuruuf,
Gadameessa keessaa kanan baʼe maaliifi?+