-
2 Mootota 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gara abbootii keetti kanan walitti si qabus kanaafi;* ati nagaadhaan awwaala kee keessa ni ciista; ijji kees badiisa ani iddoo kana irratti fidu hundumaa hin argu.’”’” Isaanis deebiʼanii wanta jedhame kana mootichatti himan.
-