Yohaannis 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, “Michuun keenya Alaazaar rafeera;+ anis isa dammaqsuuf achi nan dhaqa” jedhe.
11 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, “Michuun keenya Alaazaar rafeera;+ anis isa dammaqsuuf achi nan dhaqa” jedhe.