- 
	                        
            
            Faarfannaa 69:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Warri karra magaalattii irra taaʼan waaʼee koo odeessu,
Warri machooftuu taʼanis maqaa koo dhaʼanii sirbu.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faaruu Ermiyaas 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Ani namoota hundumaa biratti nama itti kolfamu nan taʼe, isaan guyyaa guutuu sirba isaanii keessatti natti qoosu.
 
 -