LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Iyyoobis of hooquuf qiraacii tokko ni fudhate; daaraa keessas ni taaʼe.+

  • Iyyoob 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis guyyaa torbaa fi halkan torbaaf isaa wajjin lafa taaʼan. Dhukkubni isaa baayʼee cimaa akka taʼe waan arganiif, isaan keessaa eenyu iyyuu jecha tokko illee isatti hin dubbanne.+

  • Iyyoob 7:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yommuun ciisu, ‘Yooman kaʼa?’ jedheen gaafadha;+

      Halkanichi yommuu dheeratu garuu, hamma guyyichi bariʼutti* boqonnaa malee asii fi achi nan gaggaragala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi