-
1 Saamuʼel 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Of tuulummaadhaan hin dubbatinaa;
Dubbiin of jajuus afaan keessan keessaa hin baʼin,
Sababiin isaas Yihowaan Waaqa waan hundumaa beeku dha;+
Wanta namoonni hojjetan sirriitti kan madaalu isa dha.
-