Keessa Deebii 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Garaan keessan isin gowwoomsee daandicha irraa akka gortan, waaqolii kan biroo akka waaqeffattanii fi isaaniif akka sagaddan akka isin hin goone of eeggadhaa.+ Ermiyaas 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yaa Yihowaa, daandiin namaa aangoo isaa jala akka hin jirre akka gaariitti nan beeka. Yommuu deemus ofii isaatiin tarkaanfii isaa illee qajeelchuu hin dandaʼu.+
16 Garaan keessan isin gowwoomsee daandicha irraa akka gortan, waaqolii kan biroo akka waaqeffattanii fi isaaniif akka sagaddan akka isin hin goone of eeggadhaa.+
23 Yaa Yihowaa, daandiin namaa aangoo isaa jala akka hin jirre akka gaariitti nan beeka. Yommuu deemus ofii isaatiin tarkaanfii isaa illee qajeelchuu hin dandaʼu.+