- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Haannaan baayʼee waan gadditeef, Yihowaa kadhachuu+ fi hirqinfattee booʼuu jalqabde.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Mootota 4:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 Achiis gara nama Waaqa dhugaa isa gaaricha irra jiru sanaa dhuftee, yeruma sana miila isaatti maramte.+ Yeroo kanatti Gehaaz isa irraa ishii fageessuuf itti siqe; namni Waaqa dhugaa sun garuu, “Dhiphina guddaa keessa waan jirtuuf,* ishii dhiisi; Yihowaan waaʼee kanaa na dhokseera; homaas natti hin himne” jedhe.
 
 -