-
Fakkeenya 6:25-27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Garaa keetti miidhagina ishii hin hawwin+
Yookiin ija ishii isa nama sossobuun hin boojiʼamin,
26 Sababiin isaas, namni tokko dubartii sagaagaltuu irraa kan kaʼe hiyyummaadhaaf saaxilama,*+
Haati manaa nama kan biraa garuu, lubbuun isaa inni gatii guddaa qabu kiyyootti akka galu gooti.
27 Namni ibidda qoma isaatti baatee uffanni isaa hin gubanne jiraa?+
-
-
Fakkeenya 7:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Manni ishii gara Awwaalaatti* geessa;
Gara gola duʼaattis gad ni buusa.
-