Iyyoob 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kunoo yeroo hunda, ‘Hamminni na irratti raawwatame!’ jedhee nan iyya, garuu deebii hin argadhu;+Gargaarsa argachuuf nan iyya, garuu haqni hin jiru.+
7 Kunoo yeroo hunda, ‘Hamminni na irratti raawwatame!’ jedhee nan iyya, garuu deebii hin argadhu;+Gargaarsa argachuuf nan iyya, garuu haqni hin jiru.+