-
1 Mootota 21:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Iizaabelis Naabot dhagaadhaan tumamee ajjeefamuu isaa akkuma dhageesseen Ahaabiin, “Kaʼiitii maasii wayinii isa qabeenya Naabot Yezriʼelichaa taʼe, isa inni maallaqaan sitti gurguruu dide sana fudhadhu;+ sababiin isaas, Naabot lubbuudhaan hin jiru. Inni duʼeera” jette.
-