Faarfannaa 102:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Daaraa akka nyaataatti nan nyaadha,+Wantin dhugus imimmaaniin makameera,+10 Kunis kan taʼe dheekkamsaa fi aarii keetiin kan kaʼe dha,Ati kan ol na kaaste na darbachuuf qofa dha.
9 Daaraa akka nyaataatti nan nyaadha,+Wantin dhugus imimmaaniin makameera,+10 Kunis kan taʼe dheekkamsaa fi aarii keetiin kan kaʼe dha,Ati kan ol na kaaste na darbachuuf qofa dha.