-
Maatewos 9:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yookiin namoonni daadhii wayinii haaraa qalqalloo moofaatti hin naqan. Akkana yoo godhan garuu, qalqallichi dhoʼee daadhichi ni dhangalaʼa; qalqalloon sunis sana booda faayidaadhaa ala taʼa. Haa taʼu malee, namoonni daadhii wayinii haaraa qalqalloo haaraatti naqu; akka kanaan lamaanuu yeroo dheeraa turu.”
-