Maatewos 12:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Isin yaa ijoollee buutii nana,+ hamoota taatanii utuu jirtanii akkamitti wanta gaarii dubbachuu dandeessu? Afaan wanta garaa keessa guute dubbata.+ Luqaas 6:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Namni gaariin wanta gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa wanta gaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa; sababiin isaas, wanta garaa isaa keessa guute afaan isaa dubbata.+
34 Isin yaa ijoollee buutii nana,+ hamoota taatanii utuu jirtanii akkamitti wanta gaarii dubbachuu dandeessu? Afaan wanta garaa keessa guute dubbata.+
45 Namni gaariin wanta gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa wanta gaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa; sababiin isaas, wanta garaa isaa keessa guute afaan isaa dubbata.+