-
Iyyoob 9:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Sababiin isaas, inni obomboleettiidhaan na caccabsa,
Sababii tokko malees madaa koo ni baayʼisa.+
18 Akkan hafuura fudhadhu illee naaf hin heyyamu;
Wantoota hadhaaʼaniin na guutaa jira.
-