Iyyoob 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Achiis inni fayyisaa koo ni taʼa,+Sababiin isaas, namni Waaqa hin qabne* isa duratti dhihaachuu hin dandaʼu.+ Iyyoob 27:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni Waaqa hin qabne* yeroo balleeffamu,Yeroo Waaqayyo isa* ajjeesu abdii maalii qabaata?+
16 Achiis inni fayyisaa koo ni taʼa,+Sababiin isaas, namni Waaqa hin qabne* isa duratti dhihaachuu hin dandaʼu.+