Fakkeenya 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Hamoonni garuu lafa irraa ni buqqifamu,+Gantoonnis ishii irraa ni balleeffamu.+ Ermiyaas 25:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 ‘Yihowaan sabootaa wajjin falmii waan qabuuf,Wacni tokko hamma andaara lafaatti ni dhagaʼama. Inni ofuma isaatiin ilmaan namootaa* hundumaa irratti murtii dabarsa.+ Hamootas goraadeetti dabarsee ni kenna’ jedha Yihowaan.
31 ‘Yihowaan sabootaa wajjin falmii waan qabuuf,Wacni tokko hamma andaara lafaatti ni dhagaʼama. Inni ofuma isaatiin ilmaan namootaa* hundumaa irratti murtii dabarsa.+ Hamootas goraadeetti dabarsee ni kenna’ jedha Yihowaan.