-
Fakkeenya 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Beekumsa isaatiin, bishaanonni gad fagoon gargar hiramaniiru,
Samiiwwan duumessa uffatanis fixeensa roobsaniiru.+
-
-
Isaayyaas 55:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee,
Lafa jiisuudhaan oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu,
Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma ol hin deebine,
-
Ermiyaas 14:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Waaqolii tolfamoo sabootaa warra gatii hin qabne keessaa bokkaa roobsuu kan dandaʼu jiraa?
Samiiwwan illee ofii isaaniitiin bokkaa roobsuu ni dandaʼuu?
Waaqa keenya kan taate yaa Yihowaa, kana gochuu kan dandaʼu si qofa mitii?+
Wantoota kana hundumaa kan raawwate si qofa waan taʼeef,
Nuti si abdanna.
-
-
-