-
2 Saamuʼel 22:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis naannoo isaatti dukkanni akkuma dunkaanaa akka taʼu godhe,+
Bishaan gurraachii fi duumessi cimaanis jira ture.
-