-
Iyyoob 37:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Eeyyee, inni duumessi jiidhinaan akka ulfaatu godha,
Bakakkaa isaas duumessa keessa bittinneessa.+
-
Faarfannaa 97:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ifni bakakkaa isaa lafti akka iftu godha;
Lafti kana argitee ni hollatti.+
-
-
-