Iyyoob 38:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Cabbiin gadameessa eenyuu keessaa baʼe? Hurrii samii kan dhale eenyu?+ 30 Bishaanota akka waan dhagaadhaan uwwifamaniitti kan uwwise,Bishaanota gad fagoos gubbaa isaanii itichee cabbii kan godhe eenyu?+
29 Cabbiin gadameessa eenyuu keessaa baʼe? Hurrii samii kan dhale eenyu?+ 30 Bishaanota akka waan dhagaadhaan uwwifamaniitti kan uwwise,Bishaanota gad fagoos gubbaa isaanii itichee cabbii kan godhe eenyu?+