-
Hoseʼaa 11:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ani dheekkamsa koo isa bobaʼu hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,+
Sababiin isaas, ani Waaqa dha malee nama miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu jiru dha;
Aariidhaan sitti hin dhufu.
-