-
Iyyoob 24:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Hiyyeeyyiin akka harree bosonaa lafa onaa+ keessa jiruutti nyaata barbaaddatu;
Isaan lafa onaa keessatti ijoollee isaaniitiif nyaata barbaadu.
-
-
Faarfannaa 104:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Burqaawwan sulula* gidduutti ni erga;
Isaanis gaarota gidduu ni yaaʼu.
11 Isaan bineensota bosonaa hundumaatiif bishaan ni kennu;
Harroonni bosonaas dheebuu ni baʼu.
-