Fakkeenya 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+ Isaayyaas 40:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama. Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+ Ni fiigu, hin bututan;Ni deemu, hin dadhaban.”+
5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+
31 Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama. Isaan akkuma risaatti qoochoodhaan ol ni baʼu.+ Ni fiigu, hin bututan;Ni deemu, hin dadhaban.”+