-
Ermiyaas 49:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yaa ishii dahoo kattaa keessa jiraattuu fi
Tabba ol kaʼaa irra buufattu nana,
Naasuun ati geessiste,
Of tuulummaan garaa keetiis si gowwoomseera.
Ati akka risaatti manʼee kee ol fageessitee yoo ijaarratte illee,
Achi irraa gad sin buusa” jedha Yihowaan.
-
-
Obaadiyaa 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ati iddoo jireenyaa kee akka risaatti yoo ol fageessite*
Yookiin urjiilee gidduutti manʼee kee yoo ijaarratte iyyuu,
Ani achii gad sin buusa” jedha Yihowaan.
-