-
Iyyoob 1:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 ergamaan tokko gara Iyyoob dhufee akkana jedhe: “Utuu loon qotaa jiranii fi harroonni isaan biratti dheedaa jiranii, 15 namoonni Saabaa miidhaa geessisanii isaan fudhatan; tajaajiltoota sanas goraadeedhaan ajjeesan. Kan miliqe ana qofa dha; kunoo, amma sitti himuuf dhufeera.”
-