Fakkeenya 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+ Fakkeenya 25:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+
18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+
11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+