Faarfannaa 57:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ani* leencotaan marfameera;+Namoota na nyaachuu barbaadan gidduu,Warra ilkaan isaanii eeboo fi xiyya taʼe,Warra arrabni isaanii goraadee qaramaa+ taʼe gidduu ciiseera. Faarfannaa 59:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Wanta afaan isaanii keessaa yaaʼu* ilaali;Arrabni isaanii akka goraadee ti,+Sababiin isaas isaan, “Eenyutu dhagaʼa?” jedhu.+
4 Ani* leencotaan marfameera;+Namoota na nyaachuu barbaadan gidduu,Warra ilkaan isaanii eeboo fi xiyya taʼe,Warra arrabni isaanii goraadee qaramaa+ taʼe gidduu ciiseera.
7 Wanta afaan isaanii keessaa yaaʼu* ilaali;Arrabni isaanii akka goraadee ti,+Sababiin isaas isaan, “Eenyutu dhagaʼa?” jedhu.+