Faarfannaa 37:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, namoonni hamoon ni badu,+Warri Yihowaa abdatan garuu lafa ni dhaalu.+