-
Faarfannaa 10:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Namni hamaan of tuulummaa isaatiin kan kaʼe qorannaa hin godhu;
Yaada isaa guutuudhaan, “Waaqayyo hin jiru”+ jedha.
-
-
Roomaa 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Isaan Waaqayyoon kan beekan taʼanis, akka Waaqummaa isaatti ulfina isaaf hin kennine yookiin isa hin galateeffanne; kanaa mannaa, yaadni isaanii gatii dhabe; garaan isaanii inni hubannaa hin qabnes ni dukkanaaʼe.+
-