LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 12:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Amaasaay isa dura buʼaa namoota soddommanii taʼe sana irra hafuurri ni buʼe;*+ innis akkana jedhe:

      “Yaa Daawit, nuti kan kee ti; yaa ilma Issey, nuti sii wajjin jirra.+

      Nagaan, eeyyee, nagaan siif haa taʼu; nagaan isa si gargaaru sanaaf haa taʼu;

      Sababiin isaas, Waaqni kee si gargaaraa jira.”+

      Kanaafuu, Daawit isaan simatee dura buutota loltootaa godhee isaan muude.

  • Ibroota 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi