-
Faarfannaa 17:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yaa Yihowaa, kadhata ani haqa argachuuf dhiheessu dhagaʼi;
Iyya ani gargaarsa argachuuf dhageessisuuf xiyyeeffannaa kenni;
Kadhannaa koo isa gowwoomsaa malee dhihaate dhagaʼi.+
-