Faarfannaa 91:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna.
15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna.