18 Isaanis, “Seerichi luboota keenya jalaa yookiin gorsi namoota ogeeyyii jalaa yookiin dubbichi raajota jalaa waan hin badneef, kottaa, Ermiyaas irratti daba haa qopheessinu.+ Kottaa, isa morminee haa dubbannu; wanta inni dubbatus hin dhageenyu” jedhan.