-
Luqaas 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Xiyyeeffannaadhaan isa hordofaa erga turanii booda, wanta inni dubbatuun kiyyootti isa galchuuf namoota qajeeloo fakkaatanii itti dhihaatan dhoksaadhaan itti bitanii isatti ergan;+ kanas kan godhan, mootummaa fi aangoo bulchaa biyyattiitti dabarsanii isa kennuuf ture.
-