Iyyoob 33:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Dhuguma iyyuu Waaqayyo, siʼa lama, siʼa sadiisWantoota kana hundumaa namaaf godheera,30 Kanas kan godhe inni ifa jireenyaatiin akka gammaduufBoolla* keessaa isa* baasuuf jedhee ti.+
29 Dhuguma iyyuu Waaqayyo, siʼa lama, siʼa sadiisWantoota kana hundumaa namaaf godheera,30 Kanas kan godhe inni ifa jireenyaatiin akka gammaduufBoolla* keessaa isa* baasuuf jedhee ti.+