Faarfannaa 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera. Faarfannaa 91:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+
5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.
14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+