Faarfannaa 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Maaloo, gocha hamminaa hamoonni raawwatan dhaabsisi. Qajeelota garuu hundeessii dhaabi,+Sababiin isaas, ati Waaqa qajeelaa+ garaa namaa fi miira gad fagoo* qoru dha.+
9 Maaloo, gocha hamminaa hamoonni raawwatan dhaabsisi. Qajeelota garuu hundeessii dhaabi,+Sababiin isaas, ati Waaqa qajeelaa+ garaa namaa fi miira gad fagoo* qoru dha.+