Isaayyaas 51:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+ Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta. Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+
17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+ Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta. Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+