Baʼuu 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+ Faarfannaa 72:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isa rakkataa fi isa hiyyeessa taʼeef ni gadda,Lubbuu hiyyeeyyiis ni oolcha. 14 Cunqursaa fi hammina irraa isaan oolcha,*Dhiigni isaaniis ija isaa duratti gatii guddaa qaba. Luqaas 18:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Maarree, Waaqayyo warra filatee fi halkanii fi guyyaa isatti iyyataniif haqa hin argamsiisuu?+ Kana malees inni obsa isaanitti ni argisiisa.+
7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+
13 Isa rakkataa fi isa hiyyeessa taʼeef ni gadda,Lubbuu hiyyeeyyiis ni oolcha. 14 Cunqursaa fi hammina irraa isaan oolcha,*Dhiigni isaaniis ija isaa duratti gatii guddaa qaba.
7 Maarree, Waaqayyo warra filatee fi halkanii fi guyyaa isatti iyyataniif haqa hin argamsiisuu?+ Kana malees inni obsa isaanitti ni argisiisa.+