-
Faarfannaa 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yaa Mootii koo, yaa Waaqa koo, kadhannaa koo gara keetti waanan dhiheessuuf,
Iyyan gargaarsa argachuuf dhageessisuuf xiyyeeffannaa kenni.
-
-
Faarfannaa 17:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yaa Yihowaa, kadhata ani haqa argachuuf dhiheessu dhagaʼi;
Iyya ani gargaarsa argachuuf dhageessisuuf xiyyeeffannaa kenni;
Kadhannaa koo isa gowwoomsaa malee dhihaate dhagaʼi.+
-
-
Faarfannaa 28:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Harka koo gara kutaa isa keessaa iddoo qulqulluu keetti argamuutti ol kaasee,
Gargaarsa argachuuf gara keetti yommuun iyyadhu kadhata koo dhagaʼi.+
-