-
Ermiyaas 17:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yihowaan akkana naan jedheera: “Dhaqiitii karra ilmaan sabichaa isa mootonni Yihudaa ittiin seenanii fi ittiin baʼan irra, akkasumas karrawwan Yerusaalem hundumaa irra dhaabbadhu.+ 20 Akkanas isaaniin jedhi: ‘Isin mootonni Yihudaa, namoonni Yihudaa hundii fi jiraattonni Yerusaalem hundi warri karrawwan kanaan seentan dubbii Yihowaa dhagaʼaa.
-