Faarfannaa 37:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+ 2 Qorontos 4:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+
23 Yihowaan yommuu daandii namaatti gammadu,+Tarkaanfii isaa isaaf ni qajeelcha.*+ 24 Yihowaan harkaan* waan isa deggeruuf,+Inni yoo kufe illee hin gombifamu.+
8 Nuti karaa hundumaan gad dhiibamna, garuu sochoʼuu hin dadhabnu; ni burjaajofna, garuu karaa itti keessaa baanu hin dhabnu;*+ 9 ni ariʼatamna, garuu hin gatamnu;+ rukutamnee kufna, garuu hin badnu.+